BookLibrary Manager | | Kutaa 2ffaa | Gadaa Book. Kitaabilee Barnootaa: Gadaa Book. Gadaa 2-4 | PDF - Scribd

Kitaabni kun barattoonni Oromummaa isaanii beekanii, jaalala biyyaa fi naannoo isaanii akka qabaatan gochuuf qophaa'e. Akkasumas, sirni Gadaa kan addunyaan beekamtii kenneef (UNESCO) dhaloota haaraatti akka darbuuf utubaa dha. 213.55.101.25 BookLibrary Manager | | Kutaa 2ffaa | Gadaa Book

Kitaabni kun bifa salphaa ta'een kan qophaa’e yoo ta’u, barattoonni kutaa lammaffaa akka hubachuu danda’anitti suuraalee fi fakkeenyota adda addaa of keessaa qaba. Qabiyyeen isaa ijoon barattoonni: fi maatii akka baratan gochuu.